Gaaffillee Gufuulee daa'awaa (1).docx
Document Details
Uploaded by LaudableBowenite5348
Tags
Full Transcript
Gufuulee daa'ii mudatu kan torbaan sadi dura baranne kami? a. Hawaasa b. Maatii c. Mootummaa/Aangoo d. Diinagdee e. Hundinuu sirrii dha 2. Gufuu da'awaa sababaa lubbuu namaatiin arkamuuf (Fkn:- dhukkuba lubbuu, histii, agarsiifannaa, hinaaffaa fi if dagatuu) furmaata kan hin tahi...
Gufuulee daa'ii mudatu kan torbaan sadi dura baranne kami? a. Hawaasa b. Maatii c. Mootummaa/Aangoo d. Diinagdee e. Hundinuu sirrii dha 2. Gufuu da'awaa sababaa lubbuu namaatiin arkamuuf (Fkn:- dhukkuba lubbuu, histii, agarsiifannaa, hinaaffaa fi if dagatuu) furmaata kan hin tahin kami? a. Qur'ana qara'uu b. Dalagaa gaarii dalaguu c. Qabeenyaa independent tahuu d. Deebii hin qabu 3. Hawaasni tokko haala kamiin akka Sheyni da'awatti gufuu tahuu godhuu dandaha? a. Isa deeggaruudhaa(Fkn: Populism) b. Isa faalleeysuudhaan(Fkn: Nabi Nuh) c. Sadarkaa isatti isa hanbusuun (Masa'alaa Khabiira ykn Sheka Wa Duhaa irratti hafe) d. Hundinuu sirrii dha 4. Akka fakkeenya dabre baranne kheeysatti (Dhiibbaa maatii); fakkeenya kamtu "waan isa cinquu hin qabneen jaartiin jaarsa gargaarte?" a. Jaartii osoo inni barsiisaa jiruu duubaa deeyse b. Jaartii osoo inni barsiisaa jiruu khasala bichisiifte c. Sii fi jarttin tee siyaasaa gara garaa deeggaruu d. Jaartii fi ilmaan faallaa khee deemuu e. Hundinuu sirrii dha 5. Modeliin(tartiibni) Shek Xahaan jala deeme itti khufe khami? a. Maatii isaa =\> Hawaasa =\> Lubbuu isaa b. Lubbuu isaa =\> Maatii isaa =\> Hawaasa c. Hawaasa =\> Maatii isaa =\> Lubbuu isaa d. Hawaasa =\> Lubbuu isaa =\> Maatii isaa 6. Daa'iin tokko diinagdeen yoo if hin dandahin maaltu isa mudachuu dandaha? a. Haqa jallisa b. Da'awaa dagata c. Ofitti amanummaan da'awaa gaggeeysuu hin dandayu d. Hundinuu deebisaa taha 7. Mootummaan ykn abbaan aangoo tooko akkamitti da'awaa gufachiisuu dandaha? a. Yoo yaada isaa hin deeggarre si hidha/si ajjeesa(Character assassination) b. Dominant ideology mootummaa gaggeeysuu wajjiin walitti si buusuu dandaha \[fkn:- FeminIsm (wal qixxummaa dhiiraa fi dhalaa dura yoo dhaabbatte)\] c. Nationalism (Fkn:- irreecha deeggaruu yoo dhabde) d. Hundinuu sirrii dha. 8. Akka sheekkotii ykn daa'ii Melbourne qabdutti yoo bakka siin maltu if hin keenye, hiree hima kanaa kheeysaa "Leenci (فاعل( khuruphoo (مفعول به ( ajjeese (فِعل (" kamtu si mudatuu dandaha? (**Hint: If you are not on the table, you'll be on the menu)** a. Kan Leencaa **(فاعل(** b. Kan Khuruphoo **(مفعول به (** c. Kan Fi'ilii **(فِعل (** 9. Diinagdeen if dandahuuf maal godhuu qabna? a. Sirna diinagdee biyya kheeysa jirruu sirritti baruu b. Gamtaan hojjachuu c. Waan qabdu wan akka Aksiyoonaa irratti invest godhuu d. Namarraa duroomuu fi bolola duniyaa ifirraa xiqqeeysuu e. Hundinuu sirrii dha. 10. Daa'iin tokko yoo ilmii qabu san irratti dubbisaa beekkomsa isaa dabalachaa hin deemne \_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_ 11. Qaphxii/lee biroo kan dubbifterraa gufuulee da'awaa mudatuu dandahu itti dabali \_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_\_ 12.